Judges 11:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini nama qara mana kiyya keesaa bahe yoyo tiyya d'ufe, hojja anini Amoni dabsad'e gale, gube sorio sii baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ijoollee Amoonii harkaa nagayaan deebi'e, wonti hennaa ani balbala kiyya gawu ija keessa na dhufu kamuu ka Rabbii ta'a ciincaa ibiddaan gubamu dhiyeessaaf» jedhee Rabbii woreega gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani yennaa worra Amoonii injifadhee deebi'ee dhufu, na fudhatiisaaf nama mana kiyya keessaa dursee gad bawu si Mootii Waan Maraatiif hin kenna; ciincaalle godhee siif hin dhikeessa» jedhe.