Judges 11:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yefthani galaana taake worra Amoni had'e, AABBO Waaqileeni isa dabsachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yooftaaheen ijoollee Amooniitiin lolu'uuf baye, Rabbillee akka inni mooyatu taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yiftaan worra Amoonii loliisaaf lagaan gamatti bu'ee deeme; Mootiin Waan Maraalle isaan harka isaatitti dabarsee kenne.