Judges 11:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni haga Aroeriti worra had'e arda Minithi dira diddama ka keesa jirufi haga Abel-Keramimu ch'ufa balleese hobaase hafu d'owe; akanaani worri Israeli worra Amoni dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ero'eeriin irraa jalqabee haga Minitiniitii fi haga Abelkiraamii qachootaa diddamaa du'a bada'aan isaan fixe; ijoolleen Amoonii ijoollee Israa'elii afo'otti guddisanii salphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yiftaan qachaa Aro'erii irraa jalqabee haga adaala Miiniitii fi haga qachaa Abeel-Karamiimitti qachoota diddama balleesse; maarre worri Amoonii harka Israa'elootaa jala galane.