Judges 11:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jetteeni, kooti, abba duula nu tahi, aka nu worra Amoni haanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Yooftaahe'een, «Ijoollee Amooniitiin lollaa koottu, ati mootii keenna ta'i» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Yifta'aan, «Worra Amoonii akka lolluuf, koyiitii ajajaa woraanaa nu'uuf te'i» jedhane.