Judges 11:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni waan isaani jette — wonti nu siti dachaanufi aka atini nu woliini deemte worra Amoni haane, atileeni worra Gileadi gudda iti taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddoonni Gala'aadiillee Yoftaahe'een, «Ati amma nu woliin baatee ijoollee Amooniitiin akka lolluuf gara kee deebinee dhufne namoota Gala'aadii maraa afo'otti ati mootii keenna taata» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan deebisanee, «Ati nu woliin duultee worra Amoonii akka loltuuf, nu worra Galii'aad keessa le'u mara irralle'etti sooressa akka teetuuf gara keeti dhunne» jedhane.