Judges 11:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yefthani waan worrani jed'e, yoyu isani worrati na galchitani, nu worra Amoni suni haane, AABBO Waaqi nu dabsachiise, duuba anini gudda keesaani taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooftaaheen manguddoota Gala'aadiitiin, «Ijoollee Amooniitiin lolu'uuf yoo gara biyya kiyyaa na deebiftan Rabbi yoo namoota sanniin na jala oolche ani mootii keessan ta'aa?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoftaan jaarsolee Giil'aadiitiin, «Worra Amoonii loliisaaf isin biyyatti yoo na deebittane, Mootiin Waan Maraalle harka kiyyatti dabarsee yoo isaan kenne, ani sooressaa keessan hin te'aa ree?» jedhe.