Judges 12:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Efraimu lola kurfefate galaana Yordani gama Zafoniti taake waan Yefthani jed'ani, Atini maanifi, ka nu iyyaamini, seera taakite worra Amoni haate? Mana, ato atini keesa jirtu sirati gumna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Efreemii lolaaf qophaayanii laga Yoordaanosii ceeyanii haga Tsifooniin gayan Yooftaahe'een, «Ijoollee Amooniitiin lolu'uuf hennaa daangaa luftee deemtu nu akka si woliin deemnu maaf nu waamuu didde? mana kee si irratti gubna!» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Efreemii loltoota ifii waammatanee, gara qachaa Zaafonii gamatti bu'anee, Yifta'aan, «Akka nuuti si woliin deennu adoo nu hin waamin, ati worra Amoonii loliisaaf maaf dhaxxe? Adoo ati keessa jirtuu, nuuti mana keeti ibiddaan si irratti hin gunna» jedhane.