Judges 12:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani due dira Pirathoni keesati awaalani. Diri suni lafa Efraimu gaareeni Amaleki keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Abdoon ilmi Hileelii nama gosa Phiri'aatoonii du'ee lafa Amaaleqii ka biyya gaaraa Phiri'aatoonii ta Efreemiin keessa jirtutti awwaalame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abdoon du'ee, biyya koobittii Amaaleqootaa keessatti, lafa Efreemiititti Phiiraaton keessatti awwaalame.