Judges 12:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka isani na qarqaaru diddani arginaani anini lubbu tiyya jibbaad'e seera taake worra had'e, AABBO Waaqi na dabsachiise. Maanifi amma na had'u d'uftani re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka isin na oolcha'aa hin jirre argee lubbuu tiyya irraa bayee gara ijoollee Amoonii ceeye; Rabbillee harka kiyya irratti isaan kuffise; isin garuu adha maaf naan lolu'uuf gara kiyya dhuftan?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin na baasaa hin jirre yennaa dhagge, lubbuu tiyya adoo hin mararfatin isaan loliisaaf meessaa qaxxaamuree dhaqe; Mootiin Waan Maraalle harka kiyyatti isaan dabarsee kenne; maarre isin adha maaf na loliisaaf dhuttane ree?» jedhe.