Judges 12:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka worra Efraimu bahu d'owani, worri Gileadi malka galaana Yordani ch'ufa qabate. Hojja worri Efraimu tokoleeni aka galaana taaku kad'atu, worri Gileadi waan jed'uuni, Atini worra Efraimuti? Yoyu inni hiyo jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Gala'aadii karaa laga Yoordaanosii ka worri Efreemii ceewuun isaan jalaa qaban; namni Efreemii dheessee dhufee tokko na ceesisaa'a hennaa jedhuun namoonni Gala'aadii, «Ati nama Efreemiitii?» jedhaniin; inni garuu, «Ani nama Efreemiitii miti» jennaan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Giil'aadii malkaa laga Yordaanosii ka worri Efreemii bu'u duudii qabate. Worra Efreemii keessaa nami baqatu tokko «Gamatti bu'a» jedhee yoo gaafate, worri Giil'aadii, «Ati sanyii Efreemiitii?» jedhanee isa gaafatan; inni, «Waawwo'o!» yoo jedhe,