Judges 12:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yefthani worra Israeli ganna jaa jaallaba iti tahe due, donaani duuba dira isaa ka Gileaditi awaalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni gosa Gala'aadii Yooftaaheen Israa'eliin haga woggaa jahaa bulcheen maayessa du'ee qachoota Gala'aadii keessaa qachaa tokkotti awwaalame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yiftaan Giil'aadichi woggaa ja kolbaa Israa'elii bulcheen duuba du'ee, qachaa ifii ka Giil'aad keessaatitti awwaalame.