Judges 12:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ilma d'iira sodomafi dubra sodoma d'ale. Dubra isaa suni nama balbala gosa d'ibiiti gurgure, dubra sodoma d'ibi balbala gosa d'ibi keesa ilmaani isaa ta d'iira fuusise. Inni ganna torba jaallaba Israeli tahe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni ijoollee dhiiraa soddomaa fi ijoollee intalaa soddoma qaba; ijoollee intalaa soddomman isaa sanniin nama gosa isaa hin taanetti heerumsiise; ijoollee ufii ta dhiiraatiifillee akkasuma nama gosa biraa isaanitti fuudhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ibzaan ilmaan soddomaa fi ijoollee durraa soddoma qabaayyu. Inni ijoollee durraa ifii soddoma gosa ormaatitti heerumsiisee, ijoollee durraa soddoma ta gosa ormaa ilmaan ifii fuusise. Ibzaan woggaa torba kolbaa Israa'elii bulchee,