Judges 13:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ammalle waan hamtu AABBO Waaqa durati tahe duuba inni ganna afurtama worra Filisti worra mohachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii deebi'anii Rabbiin afo'otti hujii hamaa hojjatan. Rabbillee woggaa afurtamaaf akka harka Filisxeemii jala bulan isaan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii ammalle Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujje; tanaaf Mootiin Waan Maraa woggaa afurtama akka isaan bulchanuuf, harka worra Filisxeemotaatitti dabarsee isaan kenne.