Judges 13:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Manoani waan jed'eeni, Hojja dubbini tante tunini d'ugoofte gurbaani kunini nama akami tahu male? Yokhaani jireenna akami fidamu male?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maanuheen, «Wonti ati jette yoo raawwate, daa'imni yoo dhalate, wonti nu daa'ima kanaa goonu maali'i?» jedhee isa gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Maano'aan, «Dubbiin teeti yennaa muummottu, seerri mucaan ittiin bulu, wonni nuuti isaaf godhiisaaf malle maan?» jedhee gaafate.