Judges 13:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini mid'aani zabibutifi daad'ifi farsofi yokhaani sagale lagu tokole soorachu himmalle; waan anini jed'eeni ch'ufa guutu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan woyinii keessaa bawu maraa akka hin nyaanne, daadhii woyini'iitii fi waan nama macheessullee akka hin dhunne; waan battiillee akka hin nyaanne waan ani isii ajaje irraa uf haa eedduu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin waan midhaan woyni'ii irraa hujamu mara akka hin nyaanne, daadhii woyni'ii yookiin waan nama macheessu akka hin unne, yookiin waan battiille akka hin nyaanne; waan ani isii ajaje kana mara gootuu ti» jedhe.