Judges 13:16 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbiillee Maanuhe'een, «Ati yoma na tursiiftellee nyaata ati naa qopheessitullee hin nyaadhu, ciincaa ciincawu yoo qopheessuu feete, Rabbiif dhiyeessi» jedheen; Maanuheen inni akka maleekkaa Rabbii ta'e hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa sun Maano'aan, «Ati yoo na tursitelle, ani sagalee teeti hin nyaadhu. Ciincaa dhikeessiisa yoo barbaadde ammoo, Mootii Waan Maraatiif dhikeessi» jedhe. Maano'aan akka inni ergamaa Mootii Waan Maraa te'e hin beenne.