Judges 13:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Manoani waan jed'eeni, Maqa kanke nuti himi aka yo dubbini tante d'ugoofte, nu maqa kanke ulfeesine guddimnu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maanuheen maleekkaa Rabbiitiin, «Wonti ati jette kun yoo nuu raawwatame, nu akka si galatoonfachuu dandeennu maqaan kee eennu?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Maano'aan ergamaa Mootii Waan Maraatiin, «Dubbiin teeti yennaa muummottu, ulfinna akka siif kenninu maqaan keeti eennu?» jedhe.