Judges 13:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani waan jetteeni, Maanifi maqa kiyya beekhu feeta? Maqaani kiyya maqa mamaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbiillee, «Maqaan kiyya maalalee waan ta'eef maqaa kiyya maaf na gaafatta?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa ammoo, «Ati maqaa kiyya maaf gaafatta? Maqaan kiyya akka malee kancira» jedhee deebise.