Judges 13:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Manoani kaarata laleesatifi mid'aani fuud'e, d'akha irati AABBO Waaqa ka waan mama tolchu, sorio baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Maanuheen korbeessa re'e'eetii fi kennaa midhaanii fuudhee dhagaa irratti Rabbii dhiyeesse; baasa ergamaan Rabbii hojjate Maanuheenii fi haati manaa isaa laala'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maano'aan buruusoo re'e'eetii fi kennansa midhaanii fuudhee, rassaa ciincaa irratti dhikeessanu tokko irratti Mootii Waan Maraa ka kancira hujuuf dhikeesse; achiin duuba Maano'aa fi haati manaa isaa adoo ilaalanuu Mootiin Waan Maraa waan kanciraa godhe.