Judges 13:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi nama tokoti jira ka Manoa jed'ani, ka dira Zora, ka gosa Dani. Niitiini isaa maseena, taka ind'alle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san gosa Daanii keessaa nama Maanuhee jedhaniin ka qachattii Tsoor'aa tokkotu ture; haati manaa isaa dhabdu'u, ta hin deenne turte;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san sanyii Daanii keessaa nami «Maano'aa» jedhamu, ka qachaa Zora'aa keessa le'u tokko jiraayyu; haati manaa isaa maseena waan teeteef ijoollee hin deenne.