Judges 13:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato arabi ibida d'akha ira olbahu, Manoafi niitiini isaa malaika AABBO Waaqa ta araba ibida keesa gubbati oldeemtu argani. Jennaani Manoani aka nami suni malaika AABBO Waaqaa hubate, isaafi niitiini isaa lafati gogombifamani; duuba deebiani malaika taani inargine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa arrabni ibiddaa ol bawu maleekkaan Rabbiillee ibidda bobawu san keessaan ol baye; Maanuheenii fi haati manaa isaa dhaabatanii laalanii hennaa inni ol bawu arganii kallachaan lafatti gad kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bobeenni ibiddaa addee ciinca'aa irraa gara ol-gubba'aa yennaa ol bawu, ergamaan Mootii Waan Maraa bobe'a ibiddaa keessa gara ol-gubba'aa ol baye. Maano'aa fi haati manaa isaa tana dhagganee, fuulaan lafatti gad gombifamane.