Judges 13:21 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii deebi'ee lammeessoo Maanuhe'ee fi haadha manaa isaatitti hin mudhanne; Maanuheen yoo san akka inni maleekkaa Rabbii ta'e beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa deebi'ee Maano'aa fi haadha manaa isaatitti hin mudhanne; achiin duuba Maano'aan namichi sun ergamaa Mootii Waan Maraa akka te'e beeke.