Judges 13:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Manoani waan niiti isatini jed'e, Nu arra ira inhamnu, eegi Waaqa argine!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maanuheen haadha manaa ufiitiin, «Amma waan Rabbiin argineef mamii malee duuna!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maano'aan haadha manaa ifiitiin, «Nuuti Waaqa waan dhaggineef, dhugumaan hin duuna» jedhe.