Judges 13:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo niitiini isaa waan jetteeni, Ato AABBO Waaqi sila nu ijeesu fed'e, inni sorio teenna tana infud'atu yokhaani waan akana kana ch'ufa nu garsiise yokhaani nuti inhimu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati manaa isaa garuu, «Rabbi uduu nu ajjeesuu fedhee silaa ciincaa ciincawuu fi kennaa midhaanii nu harkaa hin fudhatu, waan kana maraa silaa nutti hin mudhisu, waan akkanaa kanallee silaa nutti hin beessisu» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati manaa isaa ammoo deebittee, «Waaqi adoo nu ijjeesuu barbaadee jiraate, ciinca'aa fi kennansa midhaanii keenna hin fudhatuuyyu; inni waan kana duudii nu'utti hin mudhisuuyyu yookiin waan akkasii kana amma nu'utti hin himuuyyu» jetteen.