Judges 13:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lubbuuni AABBO Waaqa irre isaa kennite, gaafa inni jiddu Sorafi Estaoli olla Dani jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii qachaa Tsoor'a'aa fi Eeshtaa'ol ganda Daanii keessatti isa jajjabeessuu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Samsoon qachaa quttuma Daanii keessa adoo jiruu, Zora'aa fi Eshtaa'ol wodhakka'atti Ayyaanni Mootii Waan Maraa isa kakkaasuu jalqabe.