Judges 13:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
eegi gurbaani sii d'alate rifeensa mata isaa inhaadini, wonti akanatiifi isa haguma inni d'alate asi eebisani, aada worra Naziri gula Waaqaa kennani. Nami qara worra Israeli harka Filisti keesaa baasu isuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfooftee ilma dhiiraa deettaa; daa'imni garaa haadhaatii jalqabee nama ayyaantuu Rabbiif fooyame ta'aa; mullaaciinillee mataa isaa hin haadin; inni worra Israa'elii worra Filisxeemii harkaa baasuu jalqabaa» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ulfoottee ilma dhiiraa hin deetta; mucaan sunille guyyaa dhalateen jalqabee Waaqaaf ka adda baye waan te'uuf, rifeensa mataa isaa ijjumaa hin haadin; inni Israa'eloota harka worra Filisxeemotaa jalaa baasiisa hin jalqaba» jedhe.