Judges 13:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani niitiini d'iirsa d'at'e waan jetteeni, Nami Waaqa toko, ka fuuli isaa aka malaika jiru, nati d'ufe na sodaachise. Anini, Eesa baate? Jed'e isa ingaafanne, innileeni maqa isaa nati inhimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa intaltillee gara abbaa worraa ufii dhuftee, «Nama Rabbii tokkotu gara kiyya dhufe; bifti isaa akka bifa maleekkaa Rabbii guddisee nama sodaachisa; inni eessaa akka dhufe ani isa hin gaafanne, innillee maqaa ufii natti hin himne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba dubartittiin gara abbaa manaa ifii dhaxxee, «Nami Waaqaa ka bifi isaa ergamaa Waaqaa fakkaatu, ka guddoo sodaachisu tokko gara kiyya dhufe; ani eessaa akka inni dhufe isa hin gaafanne; innille maqaa ifii natti hin hinne.