Judges 13:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Manoani AABBO Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee, AABBO Waaqa, namichi Waaqa kaani, ka atini nuti ergite, ha gadeebie, waan nu gurba d'alatu suni tolchinu nuti himuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Maanuheen, «Gooftaa kiyya! namni Rabbii ka ati ergite, deebi'ee gara keenna haa dhufuu daa'ima dhalatuuf maal akka goonu nutti haa himuu» jedhee Rabbiin kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Maano'aan, «Maganne'e Gootta'a, nami Waaqaa sun deebi'ee gara keenna dhufee, Yennaa mucaan dhalatu waan nuuti isaaf goonu akka nutti himu godhi» jedhee Mootii Waan Maraa daadimate.