Judges 14:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani isaa mana worra intalafa d'aqe, achiti Samsonini jila fuud'a ta aada kaima worra lafa suniti tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa abbaan Saamsoonii gara mana intala Saamsoon kadhatuu dhaqe, Saamsoon affeerraa guddaa qopheesse;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa gara intala sanii dhaqee, akkuma aadaa waajibaaf godhanutti, Samsooniif achitti jila qopheesse.