Judges 14:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Samsonini waan jed'eeni, Hiimpo toko isani hiimpifad'a, yo isani hiimpo tana torbaani jila kana keesati nati himtani; anini woya boofta sodoma, ammalle woya jila sodoma isanii ch'ufa toko toko keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamsoon, «Hibboo isinitti hibbifadhaa, hibboo kiyya guyyaa ayyaanaa torban keessatti hiittanii yoo naa deebiftan qambisaa soddomaa fi ka isa woliin uffatan soddoma isinii kenna;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Samsoon isaaniin, «Hiibboo takka isinitti hiibbifadha; hiibboo tana guyyoota jilaa torba kana keessatti yoo naa hintane, woyaa quncee talba'aa irraa hujante soddomaa fi woyaa adduu soddoma isiniif hin kenna.