Judges 14:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya afreeso waan niiti isaatini jed'ani, D'iirsa kanke sobi, aka inni hiimpo suni nuti himu, yoyu akasi tolchu baate, sifi mana abbeetile woliini gumna. Ada, isani nu sobdani nu saamu feetani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa arfeesso'oo haadha manaa Saamsooniitiin, «Abbaan worraa kee hibboo kana akka nutti himu yabo'oo isa sobi, yoo kana hin taane si'ii fi mana abbeetiillee ibiddaan gubna; isin nu miidhu'uuf as nu fiddanii?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torbeesso'oo isaan haadha manaa Samsooniitiin, «Abbaa manaa keeti sossobadhuutii, hiibboo tana akka nuu himu godhi; yoo tana godhuu dhadde, si'ii fi mana abbaa keetii ibiddaan hin gunna; ada isin deega nutti buusiisaaf gara jilaa nu waantanee?» jedhane.