Judges 14:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guyya torbeeso ato Samsonini mana bulti olinseeni worri dira suni waan jed'eeni, Maanti kinnisa ira miyaa? Maanti nyeench'a ira jabaata? Samsonini waan jed'eeni, Ato isani saa kiyyaani lafa qotu baatani hiimpo tiyya inhimattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbeesso'ootitti uduu aduun hin dhiine, namoonni qachaa sanii, «Wonti damma caalaa mi'aawu maali'i? wonti leenca caalaa jaba'aa maali'i? jedhaniin; innillee uduu raada tiyyaan qotachuu baattanii; hiikkaa hibboo kiyyaa hin beettan ture» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti qachaa keessaa, guyyaa torbeesso'oo, adoo aduun hin seenin Samsooniin, «Damma caalaa ka mi'owu, neenqa caala ka jabaatu maanti jira ree?» jedhane. Samsoonille deebisee, «Raada tiyyaan adoo qotuu dhaddanee jiraattane, hiikkaa hiibboo tiyyaa hin dhaggattanuuyyu» jedhe.