Judges 14:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoosu irreeni AABBO Waaqa isaa jabeesite, inni kae Ashkeloni d'aqe, nama sodoma gate, woya iraa yaase, woya suni worra hiimpo himate kaani kenne. Eegi suni inni dallansuuni kae worra abba ufiti gale,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii waan jajjabeenna isaa kenneef gara Asqaloona'aa dhaqee achitti namoota soddomaa fixe; uffata isaaniillee fuudhee worra hibboo isaa hiikanii kenne; waan ta'e kanatti guddisee aaree gara worra ufii deebi'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ayyaanni Mootii Waan Maraa hunna guddo'oon Samsoon irratti bu'ee, Samsoon gara Ashiqalonii gad dhaqee, namoota soddoma ijjeesee, woyaa isaanii irraa mulqee, worra hiibboo himeef kenne. Saniin duuba guddoo aaree gara mana abbaa ifii deebi'e;