Judges 14:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni gale, waan abbaafi haad'a ufiitini jed'e, Intala Filisti toko gara Timna suniti arge, kaa, na kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni abba'aa fi haadha ufiitiin, «Ani worra Filisxeemii keessatti intala takka argeera isii natti fuudhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara manaa deebi'ee abba'aa fi haadha ifiitiin, «Qachaa Tiimna'aatitti intala Filisxeemotaa takka dhaggeera, na fuusisa'a» jedhe.