Judges 14:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo abbaafi haati isaa waan jetteeni, Isi gurba, atini maani hekatefi, dubra nyaapa ta Filisti, worra aada inqamne, d'araataafi? Atini intala miilo teti gosa teenna tana ch'ufa keesa ind'abde? Ammo Samsonini waan abbaani jed'e, Anini isuma ch'alla fed'a, kai na barbaadi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaanii fi haati isaa, «Worra Filisxeemii ka hin gadoomne keessaa wonti fuudhu'uuf deemtuuf banii kiyya ijoollee obboleewwan teetii ta intalaa keessaa intala dhabdee?» jedhaniin; Saamsoon garuu abbaa ufiitiin, «Ani isii waan guddisee itti naatayeef isii natti fuudhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abba'aa fi haati isaa ammoo, «Ati worra Filisxeemotaa ka haqanqabaa hin qabannee keessaa niitii fuudhiisaaf ka dhaxxu, fira keeti keessa yookiin kolbaa teenna mara keessa durri hin jirtuu?» jedhanee gaafatane. Inni ammoo abbaa ifiitiin, «Isiin ilatti waan na tolteef na fuusisa'a» jedhe.