Judges 14:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samsonini abbaafi haad'a isaa woliini Timna d'aqani. Ato worri oobru zabibu keesa yau, inni kuble nyeench'a ta d'anga d'ooftu d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Saamsoon abba'aa fi haadha ufii woliin gara Tamina'aa dhaqanii muka woyini'ii ka Taminaa keessa jiru bira gayan; hennaa san Leenci darmiin muka keessaa bayee aada'aa itti dhufee isa bira gaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Samsoon abba'aa fi haadha ifii woliin gara qachaa Tiimna'aa gad bu'e; isaan addee woynii Tiimna'aa yennaa geyane, neenqi dardarri tokko dhangaa dhowaa dedhuma gara isaa dhufe.