Judges 14:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hojuma suni irreeni AABBO Waaqa Samsoni jabeesite, inni harka ufiitini nyeench'a qabe, aka kaarata ree gargari Tarsaase. Ammo inni waan tolche suni Abbaafi haad'aleti inhimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri Rabbii hunna gudda'aan isa irra bu'ee akka waan ilmoo re'e'ee kukkutuutitti uduma womaa harkatti hin qabanne harkuma ufiitiin leenca kukkute; Saamsoon waan raawwate kana abba'aa fi haadha ufiititti hin himne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Mootii Waan Maraa hunna guddo'oon Samsoon irratti bu'ee, innille harka duwwa'aan, akka ilmee re'e'eetitti neenqa san gargar kukkute. Inni ammoo waan tolche san abba'aa fi haadha ifiititti hin hinne.