Judges 14:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti diqo Samsonini intala fuud'aa deebie, Ato deemu, kara iraa gore, nyeench'a ijeese kaani laalu d'aqe, tuuta kinnisatifi damma goblola kaani keesati arge guddo mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa hago'oon maayii isii fuudhu'uuf deebi'e. Reeffa leencaa laalu'uuf karaa irraa gore, yoo leenca du'e bira gawu, ka kinniifni itti tuuchee dammeesseeru arge maalalfate;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyoota diqqa'aan duuba Samsoon isii fuudhiisaaf deebi'ee adoo dhaquu, neenqa ijjeese san ilaaliisaaf itti gore; reeffa neenqaa keessatti kinniisi itti qubatee, dammille keessa jiruun dhagge;