Judges 14:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kinnisa bafate, kara gula nyaachaa deeme, abbaafi haad'aleeni gahe, worrileeni nyaate; ammo Samsonini aka kinnisa kana goblola nyeench'a keesaa bafate worrati inhimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
damma san keessaa fudhatee nyaata'aa gara abba'aa fi haadha ufii dhufee isaaniillee kenne; isaanillee hin nyaatan; damma reeffa leencaa keessaa akka fudhate isaanitti hin himne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni damma san harkatti baafatee, nyaataa deeme. Inni gara abba'aa fi haadha ifii yennaa dhufe diqqaa isaa isaaniif kennee, isaanille nyaatane. Inni ammoo damma san reeffa neenqaa keessaa akka baase isaanitti hin hinne.