Judges 15:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda worra Filisti gaafate waan jed'e, Isaani maafi nu haatani? Worri waan jed'eeni, Nu Samsoni qabu d'umne, aka waan inni nu tolche isa tolchinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuuda'aallee, «Wonti isin gara keenna dhuftaniif maali'i?» jedhan; isaanillee, «Saamsooniin hiinee, waan inni nu godhe nullee isa irratti godhu'uuf dhufneerra» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Yihuda'aa isaaniin, «Isin maaf nu loliisaaf dhuttanne?» jedhanee gaafatane. Isaan deebisanee, «Samsoon qannee hiinee, waan inni nu godhe, nuutille isa godhiisaaf dhunne» jedhane.