Judges 15:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Nu aka hiine worrati sigeesinufi d'umne. Samsonini waan jed'eeni, Kakhad'a, aka ufi isani harka keesanini na inijeemne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Nu'u si hiinee worra Filisxeemiititti si kennu'uuf dhufne» jedhaniin; Saamsoonillee, «Isinumti akka na hin ajjeefne naa kakadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille, «Nuuti qannee si hiinee, worra Filisxeemotaatitti dabarsinee si kenniisaaf asi dhunne» jedhaneen. Samsoon deebisee, «Isinummaan akka na hin ijjeenne naaf kakadha'a» jedhe.