Judges 15:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haye, hataatu nu harka keennani si inijeemnu ammo haaduma ch'allaani si hiine worrati sigeesina jed'aniini jennaani worri haada hareesa lamaani isa hid'e goda keesaa isa fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Nu'u si hiinee isaanitti si kennina malee si hin ajjeefnu» jedhaniin; haada haarawa lamaan isa hidhanii goda keessaa isa baasan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Nuuti qannee si hiinee, worra Filisxeemotaatitti kennina malee, si hin ijjeennu» jedhane. Maarre isaan wodaroo haareya lamaan isa hidhanee, goda rassa'aa keessaa baasane.