Judges 15:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Samsonini sirbe waan jed'e, Boqo harretini nama kuma toko gate; boqo harretini wolti tuule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamsoon «lafee boqoo harre'eetiin wol irratti isaan tuule, lafee boqoo harre'eetiin namoota kumaa fixe» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Samsoon, «A'oo harre'eetiin, ani wol irratti isaan tuulee, a'oo harre'eetiin ani namoota kuma tokko ijjeese» jedhe.