Judges 15:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni guddo d'eebote, AABBO Waaqa yaamate waan jed'eeni, Siumati worra kana na dabsachiise; anini ara d'eebuuni due nyaapa Filisti kunini ka aada inqamne na qaba?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa inni guddisee waan dheeboteef, «Mootee guddaa kana ana garbicha keetii kenniteerta ani amma dheebisaan du'aara worra hin gadoomne afo'ottillee kufa'aara» jedhee Rabbiin kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Samsoon guddoo dheebotee, gara Mootii Waan Maraa iyyee, «Ati injifachaa guddaa kana ana garbicha keetiif kenniteerta; ani amma dheebu'uun du'aa ree? Worra haqanqabaa hin qabanneen booji'amaa ree?» jedhe.