Judges 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan Samsonini jed'e, Anini waan atini isi jibbite sehe jaala kanketi kenne. Ammo oboleeti isiiti ta maand'a ta isi ira mid'aadu, jira, suni fud'ad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isi'ii, «Waan ati isii jibbite seeyee namicha jaala keetiititti isii heerumsiise, obboleettiin isi'ii ta maandha'aa isii caalaa hin bareedduu? bikka isi'ii yabo'oo isii fuudhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isi'ii Samsooniin, «Ani dhugumaan waan ati isii jibbite seyee, jaala keeti heerumsiise; obboleettiin isi'ii maandhittiin isii caalaa miidhaddu'uu motii? Addee isi'ii isii fuudhi» jedhe.