Judges 15:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani kae geedala d'ibba sadi qabe, lama lamaani eege wolti hid'e, buyo iti mare ibida gudunfa taani keesa kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamsoon dhaqee jeedala dhibba sadihii qabee jeedala lama lamaan eegee isaanii wolitti hidhe; eegee isaanii wodhakka'attillee shawaa hidhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni dhaqee jeedala dhibba sad qabee, lamaan lamaan godhee eegee isaanii wolitti hidhe; eegee lamaan lamaan isaanii wodhakka'atti xassaa tokko tokko hidhe.