Judges 15:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka hama worra had'e nama heddu fit'e. Eegi suni d'aqe goda d'akha ka Etamu keesa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni yoma san balaa guddaa isaanitti buusee isaan fixee gad bu'ee goda dhagaa Eexaamii jiru keessa taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka malee isaan lolee, nama hedduu fixe. Achiin duuba inni gad dhaqee, goda rassaa Etaamii keessa ture.