Judges 16:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Yoyu haada haareesa ka taka womanu inhid'ini na hid'ani, anini irre d'abe akuma biyya d'ibi taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Haada haarawa ittiin hin hojjanneen yoo na hidhan, dadhabee akka namoota kaawwanii ta'a» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isi'iin, «Wodaroo haareya ta itti hin fayyadaminiin yoo na hidhane, akkuma nami dhibiin dadhabu hin dadhaba» jedhe.