Judges 16:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Delilani haada haraani isa hite iyyite waan jette, Samsoni! Worri Filisti ya d'ufe! Ammalle worri Filisti d'iibu mana suni keesati d'okhachu jira; ammo inni haada suni akuma liilana ch'ire.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daliilaan haada san fuutee isaan hiite; hennaa san gola isi'ii keessa namoota dhokatantu jira; isiin Saamsooniin, «Saamsoon! worri Filisxeemii sitti dhufan» jetteen; inni haada san akkuma jirbi'iititti kukkute.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Deliilaan wodaroo haareya fuutee isa hiite; achiin duuba namoota kolloo manaa keessatti riphanee eegiisatti jiranuun, «Samsoon! Worri Filisxeemotaa sitti dhufane» jette. Inni ammoo irree ifiitiin, wodaroo san akka liilanaa kukkute.