Judges 16:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
d'uga iti hime waan jed'e, Rifeensa kiyya taka nami inhaane, Haguma d'alanaani na eebisani aada Naziri gula Waaqaa na kennani. Ammo yo rifeensa kiyya naraa haadani, anini irre d'abe akuma biyya d'ibi taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
inni, «Hennaa dhaladhe irraa jalqabee ani nama Rabbiif fooyame waan ta'eef mataa na haadanii hin beekan; yoo mataa na haadan, hunni kiyya na irraa deema ani dadhabee akka namoota kaawwanii ta'a» jedhee waan garaa ufii maraa isi'itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhuma irratti inni, «Ani gadhaa haadha tiyyaatii jalqabee Naazireticha Waaqaaf adda baye waan te'eef, rifeensi mataa kiyyaa haadamee hin beeku; yoo haadame akkuma nami dhibiin dadhabu hin dadhaba» jedhee waan gadhaa ifii mara itti hime.